Today, we held a wide discussion with our leaders from center to district and created transparency. In this way, we have established communication on the implementation plan prepared by our city administration for the questions and complaints raised in our discussions with religious institutions. We have given the necessary deployment for the implementation of the plan, and we will monitor its implementation closely. May the Creator bless Ethiopia and its people! Har'a giddugala irraa hamma aanaatti hooggantoota keenya jiran waliin marii bal'aa gaggeessinee iftoomina uumnee jira. Kanaanis, dhaabbilee amantaa waliin mariilee taaisneen gaaffilee fi mufiiwwan ka'aniif karoora raawwii bulchinsi agalala keenya qopheesse irratti waliigaltee uumnee jira. Raawwii karoorichaafis bobba'iinsa barbaachisu kan laanne yemmuu ta'u, raawwiisaas itti dhiheenyaan kan hordofnu ta'a. Waaqni Itoophiyaa fi Uummata Ishee Haa Mul'isu!







